Hiibboo Deebii Waliin logo Hiibboo Deebii Waliin

Hiibboo Deebii Waliin

by K Technologies

🗂️ Entertainment

🆓 free

4.9/5 ( 724+ reviews)
Android application Hiibboo Deebii Waliin screenshort

Features Hiibboo Deebii Waliin

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo tau yeroo baayee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati.
Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa.
Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha.
Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Secure & Private

Your data is protected with industry-leading security protocols.

24/7 Support

Our dedicated support team is always ready to help you.

Personalization

Customize the app to match your preferences and workflow.

Screenshots

See the Hiibboo Deebii Waliin in Action

Hiibboo Deebii Waliin Screen 1
Hiibboo Deebii Waliin Screen 2
Hiibboo Deebii Waliin Screen 3
Hiibboo Deebii Waliin Screen 4

Get the App Today

Download on Google Play

Available for Android 8.0 and above